azlyrics.biz
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

gutu abera – iyyoolee lyrics

Loading...

ijoollee leeqaa gamaa
iyyooleen sirba sirbaa
bareedduu dumbushee durbaa (iyyoolee)
ijoollee leeqaa gama
iyyooleen sirba sirbaa
bareedduu dumbushee durbaa (iyyoolee)

gammadaan k+mk+mmee sirbaa
reejjii dudduuba dhaabbate
bullukkoo adii uffatee
qabii ibboo qabi ibboo
agartuu iyyooleetti sirbaa
intalaan jaallu dhungatee
gurbaan kun bar si tuffattee
jette ijooleen iyyoolee

(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(xaafiin warra gaamasii daraareera)
(iyyoole iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(dargaggoon shaanfoo qaraa haammateera)

otuun ka’ee sirbe (ehee)
sirba mormaan hawwee iyyooleen galgala
magaaleettan sirbaa looyii
sh+ggee morma lawwee
qarree warra leeqaa bareedduu soyyomee sabaan boontuu ijoollee
galgala naa kottuu karaa boroo looyii sirbinaa iyyoole
jiinii goobanaa’ee urjii f+goo baatuu bosonuun adamsa
qab abboo qab abboo
fooliin natti urgaa’ee urgaa foolii keeti qilleensi afarsaa
qab abboo qab abboo qab abbookaa qab abboo
jette ijoolleen leeqaa koortuun gaafa xiiqii
goonni maal sii gootii
qab abboo qab abboo qab abboo
gammadaan k+mk+mmee sirbaa
reejjii dudduuba dhaabbate
bullukkoo adii uffatee iyyoolee iyyoolee

(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(xaafiin warra gaamasii daraareera)
(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(xaafiin warra gaamasii daraareera)
(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(dargaggoon shaanfoo qaraa haammateera)

otuun ka’ee deemee (ehee)
naqamtee ni buluuree awutoobisii yaabee
jaarsummaan baafadhaa erge warra keetti dhaame
naatoon fuula keerraa akka urjii qaraa jiina goobanaa’ee
maal qaba utuun tahee sabbata si hiituu mudhii keerraa looyee

sangaan hambaa dhaaluu lagarra dhaabbataa
gooban ji’aati qab abboo qab abboo
si fudhee baduulaa onneen na hammaata waama kee yaadeetii
qab abboo qab abboo qab abbookaa qab abboo
jette ijoolleen leeqaa koortuun gaafa xiiqii goonii maal sii gootii
qab abboo qab abboo qab abboo
gammadaan k+mk+mmee sirbaa reejjii dudduuba dhaabbate
bullukkoo adii uffatee iyyoolee iyyoolee
(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(xaafiin warra gaamasii daraareera)
(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(xaafiin warra gaamasii daraareera)
(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(xaafiin warra gaamasii daraareera)
(iyyoolee iyyoolee iyyoolee)
(iyyoolee iyoo leeqaa)
(dargaggoon shaanfoo qaraa haammateera)



Random Lyrics

HOT LYRICS

Loading...