haacaaluu hundessaa - sagalee keetan hawwe lyrics
ehe ee ahaa ahaa haa hu hu
ho ho hoo ho ho ho hoo
ehe hee ehe hee yaa
madda walaabuu
walabu bakkee hoodaa (tolee)
yaa qaalluuf qaalitti
hayyuu iddoo muudaa (tolee)
yoo wal dhabne nu furi
akk+m kee durii (tolee)
situ bakkee seenati
tumaa seeraati
sagalee keettan hawwee
talilakee qabbanaa
garaa na raasa anaa
akka baroo sheekanaa
sagalee keettan hawwee
talilakee qabbanaa
garaa na raasa anaa
akka baroo sheekanaa
fudheen siin lixa fudheen siin
fudheen siin lixa fudheen siin
fudheen siin
fudheen siin
fudheen siin
fudheen siin
yaa gaara gaarreen caaltu
maaf urriin haguugamte
tasa jirakee dhabna
yaa abdataa abdi hundaa
akkamiin fala dhabde
soorgoof sookoo kee dhabnaa
yaa baratti bara sana bara yartuuf
qaawwa bannee ofin of qaqaa baane
yaa waliif abbommiin dhibee hin garreen
facaafamnaan hin jiree omishanne
sh+ggar duraa duba yaa kaloo
jabbilee koottu hin haararamna
booda akka hin gaabbine
koottu hin haararamna
booda aka hin gaabbine
sh+ggar duraa duba yaa kaloo
jabbilee koottu hin haararamna
booda akka hin gaabbine
koottu hin haararamna
booda aka hin gaabbine
kootu akkana goona akka nuuf tolutti
walii galuu wayya akka ormi hinaaffutti
fudheen sin lixa fudheen siin
fudheen siin lixa fudheen siin
fudheen siin
fudheen siin
fudheen siin
fudheen siin
Random Lyrics
- quatro vision - monogram lyrics
- safi - anders lyrics
- lyod - why does my heart lyrics
- st!llness - vatra je đava ili leganda o trubadurima lyrics
- angels in the trap, woee33 & strech2kk - go go bang! lyrics
- jaiyash - grade a lyrics
- ousama + khalid - die glocke lyrics
- astro centauri - animale lyrics
- lr westbridge and the razor sharps - again lyrics
- kirsus - empty lyrics