azlyrics.biz
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lemlem hailemichael – welini lyrics

Loading...

anii mo’eenaa milkaa’ee baranaa
at dhuuftee taatee nafaanaa
gammachuu manaa

anii mo’eenaa
naaf toltee baranaa
atiis waadaa naaf dabaltee
malkaa waliin taanaa

atii qabamtee baay’ee riifatan
nafaana dhiroo yoo siilaalan jaalalaan
ati huunda dhiiftee kan siihaawwatan
nafiilachuukeen abdii kuutan hiinaaffan

eyyee eyyeekaa eyyee
kan siihaawatuu nama baay’ee keessattii
hundarra caalee kiyyaa sigodhee hammaa dhuumattii

eyyee eyyeekaa eyyee
jaalaltii dhuugaa hawwataan kuumaadhaa
sin keessa carraan jaalatamaa dha
argaa walfuudhaa

waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraannaa walinii
mana tokkotti nagaanii
anii mo’eenaa
naaftoltee baranaa
atiis waadaa naaf dabaltee
malkaa waliin taanaa

atii qabamtee baay’ee riifatan
nafaana dhiroo yoo siilaalan jaalalaan
ati huunda dhiiftee kan siihaawwatan
nafilachuukeen abdii kuutan hiinaaffan

eyyee eyyeekaa eyyee
jaalaltii dhuugaa dhuumaansaa bareedaa
hiikkansaa guuddaa anuu ragaadhaa
gamachuu addaa

eyee eyyeekaa eyee
galannii hag+yuu abjuun hiikameetii
dheebuun jaalalaa fuuramee martii hammaa dhuumatii

waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraanna walinii
mana tokkotti naaganii

waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraanna walinii
mana tokkotti naaganii
waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraanna walinii
mana tokkotti naaganii



Random Lyrics

HOT LYRICS

Loading...