
shukri jamal - waada lyrics
si malee didee koo garaani
hangam f+gaatullee karaani
na hiddiite summii jalalanii
boqonnaa siif dhabee koo sammuuni
siifin hima onneekoot irraa
waadaan siif gale hin diigu har’aa
milaan deeme f+gaachuu malaa
jibbaa hin beektu onneen jalaala
namnis waan fedhe haa odeessuu
jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu
(jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu)
namnis waan fedhe haa odeessuu
jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu
(jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu)
sumaaf na dhawaatti onneeni
yaa habiibti narraa f+gaatini (f+gaatini)
hogg+yyuu anis siifin aada
kennaa rabbiikoo ati anaaf qooda (anaaf qooda)
asiin booda ormaa akka hin ilaallee
jalalaakeen homtuu sin madaallee
hangaan jiruu lubbuun addunyaarraa
sifan kenna yeroo kan koo maraa
an siif seene kana waadaan
jalalaan jiraachuu barbaada
an siif seene kana waada
jalalaan an jiraachuu barbaada
hin f+gaannu anaaf si’i gargarii
(kana giftikoo bari)
jalalaan jiraannaa har’aa borii
(kana giftikoo bari)
waadaakee hin balleessu ani bari
(kana giftikoo bari)
wajjiin jiraanna baanu gargarii
(kana giftikoo bari)
si malee didee koo garaani
hangam f+gaatullee karaani
na hiddiite summii jalalanii
boqonna siif dhabe koo sammuuni
siifin hima onneekoot irraa
waadaan siif gale hin diigu har’aa
milaan deeme f+gaachuu malaa
jibbaa hin beektu onneen jalaala
namnis waan fedhe haa odeessuu
jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu
(jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu)
namnis waan fedhe haa odeessuu
jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu
(jalalaan siif qabu hin xiqqeessuu)
sumaaf na dhawaatti onneeni
yaa habiibti narraa f+gaatini (f+gaatini)
hogg+yyuu anis siifin aada
kennaa rabbiikoo ati anaaf qooda (anaaf qooda)
mararsiitutoo haadha kiloole
garaa nyaattu akka simboo ijjoollee
waan ofiitoo lubbuu hidda dhiiga
waada waliin qabnu maaltu diigaa
an siif seene kana waada
jalalaan an jiraachuu barbaada
an siif seene kana waada
jalalaan an jiraachuu barbaada
hin f+gaannu anaaf si gargarii
(kana giftikoo bari)
jalalaan jiraannaa har’aa borii
(kana giftikoo bari)
waadaakee hin balleessu ani bari
(kana giftikoo bari)
wajjiin jiraannaa hin baanu gargarii
(kana giftikoo bari)
Random Lyrics
- acidgvrl - she ate me out so good i started to cry lyrics
- 100% - no cure for love lyrics
- goldy1 - разделенный в пожарах ( divided in fires ) lyrics
- sirpblahh - the mill april break lyrics
- tswa daar - tsela tsheo lyrics
- dok2 - 5'11 lyrics
- kalifi - כליפי - sivuv bedrom ha'ir - סיבוב בדרום העיר lyrics
- karen waldrup - lie to me lyrics
- ayena savant - don't look back lyrics
- faust (cz) - největší problém lyrics