
young azaziel x robi i - i see the light lyrics
“i see the light”
robi i x young azaziel
halkan guutuu irriba dhabee itun yaadu
yeroo yeroon yerookoo itun ilaalu
takka gara mirgaa takka gara bitaa itun galagalu
takka muziqaadhaan takka callisuudhaan ituun rafuu yaalu
waan sammuukootti dhufu didee rafuu
takka gara bahaa takka gara lixaa ituman imaluu
yaada bayyee
gaabbii bayyee
ganuu bayyee
mataa dhukkubbiinkoo natti ka’e
ano du’e ituun jedhuuuuu
iifan argee(x3) naaf bari’e
iifan argee(x3) naaf bari’e
halkanichi darbeeraa kuno naaf bari’eeraa
dukkanichi darbeeraa kuno naafoo ifeeraa
yeroonkoos ga’eeraa har’i kankoo ta’eeraa
yeroonkoos dhufeeraa
guyyaan kankoos ga’eeraa
isa darbe dhiiseetan fiiguu egalee
gad of qabu dhiiseetan hojii jalqabe
bar fiiguu egaleeraa
abjukootti dhiyaadheeraa
ofiikoof murteesseeraa
murtoo koonis ifa argeeraa!
iifan argee(x3) naaf bari’e
iifan argee(x3) naaf bari’e
Random Lyrics
- i remember 2006 - marbles lyrics
- prayzzz - feelings & alcohol lyrics
- don toliver & sped up nightcore - private landing (sped up) lyrics
- szabó anna rozsi - nem mutatod másnak lyrics
- neon heart - пламенное сердце (flaming heart) lyrics
- neo pistea - problemas lyrics
- sofaygo - burnt up lyrics
- sound of music - danger lyrics
- luciana - que vas a llevarte lyrics
- penelope - i miss you lyrics