abdi nuressa – ayyaana laallattu lyrics
kan garaa koo rabbii na hin dhowwatu
namummaa kootti ishee na jaalattuu
kan dhabeetti halaalaa baqatuu
sh+ggee gaariitti hojiin siif haa baatuu
kan garaa koo rabbii na hin dhowwatu
namummaa kootti ishee na jaalattuu
kan dhabeetti halaalaa baqatuu
sh+ggee gaariitti hojiin siif haa baatuu
rabbi guddaan obsa naaf ha bayyisuu
humnaan qabee ofiitto sin hambisuu
jaalalaan sif qabuu otoo ilaaltuu
abbaa horii taanaan kan na jijjiirtuu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu wayyoo ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
akkas nagootee otoon sin jaalla jeettu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu wayyoo ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
akkas nagootee otoon sin jaalla jeettu
hiika jaalala koo wallaaltee malee
badhaadhumnoo in dhufaa olee bubbulee
eega horiin jaalalarra sii caalee
beenuu kankoof kankee dhumni isaa hin tollee
hiika jaalala koo wallaaltee malee
badhaadhumnoo in dhufaa olee bubbulee
eega horiin jaalalarra sii caalee
beenuu kankoof kankee dhumni isaa hin tollee
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu wayyoo ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
akkas nagootee otoon sin jaalla jeettu
kan garaa koo rabbii na hin dhowwatu
namummaa kootti ishee na jaalattuu
kan dhabeetti halaalaa baqatuu
sh+ggee gaariitti hojiin siif haa baatuu
kan garaa koo rabbii na hin dhowwatu
namummaa kootti ishee na jaalattuu
kan dhabeetti halaalaa baqatuu
sh+ggee gaariitti hojiin siif haa baatuu
onnee koo irraa ture kanan si jaallee
ayyaana laallattummaan kee yoom naaf galee
yeroon madaa fayyisa takka turee
anis hin dhabu ishee rabbi naaf hiree
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu wayyoo ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
akkas nagootee otoon sin jaalla jeettu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu wayyoo ayyaana laalattuu
ayyaana laalattuu sh+ggee ayyaana laalattuu
akkas nagootee otoon sin jaalla jeettu
Random Lyrics
- kapten krigge – fula flickor lyrics
- g bugz – outro lyrics
- sevdaliza & grimes – nothing lasts forever lyrics
- caramella girls – halloween lyrics
- waga collective – het snurklied lyrics
- mudbaby ru – gun class ii lyrics
- nada topčagić – suknjica od cica lyrics
- zoster – čovjek zvani činjenica lyrics
- buddy – free my mind lyrics
- gibbs – złoty chłopak lyrics