azlyrics.biz
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

bereket tesfaye – waaqa guddaa lyrics

Loading...

obboroo dhuftee garakoo deebiftee gaaffii barakoo
oljedhee mannikoo duufee ergasii fuullikoo ifee
(obboroo dhuftee garakoo deebiftee gaaffii barakoo)
(oljedhee mannikoo duufee ergasii fuullikoo ifee)
dirree eebbi itti walga’uu naaf gootee bara milkaa’uu
humna maqaakeeti yesuus galata sitti hin xinneessuu
(dirree eebbi itti walga’uu naaf gootee bara milkaa’uu)
(humna maqaakeeti yesuus galata sitti hin xinneessuu)

kuufama kan eebbaa harkikee gadhiisee
mannikee namoota danuu boqochiisee
abaarsi barootaa akka erbee tarsa’ee
galannikee baayyee iakku iakku ta’e

akka biiftuu ol adeeme kan maqaakee fa+rs+
siwaaqessuun jiruukooti dhimmakoo achi dhiisee
(hallee hallee haiieeluyya hallee hallee haiieeluyya)

furee sirrii (haiieeluyya)
gooftaa samii (jaala kiyya)
furtuu baraa (haiieeluyya)
sirka jira (jaala kiyya)
gaaddisakoo (haiieeluyya)
ya sinbooko (jaala kiyya)
hiree kiyyaa (haiieeluyya)
sumaan iyyaa (jaala kiyya)
weedduu garaakoo (siifan qabahoo)
weedduu garaakoo (siifan qabahoo)
yesuus lubbuukoo (siifan qabahoo)
gooftaa lubbuukoo (siifan qabahoo)
akka kafana maqaankee naan natti aana (ehee)
akka kafana maqaankee naan natti aana (ehee)
sumaa naa wayyaa har’a illee fayyisoo kiyyaa (ehee)
sumaa naa wayyaa har’a illee fayyisoo kiyyaa (ehee)

humnakoo mara (maqaakee nan waaqessaa)
sin na marara (maqaakee nan waaqessaa)
hiika faarsaakoo (maqaakee nan waaqessaa)
sidha yesuuskoo (maqaakee nan waaqessaa)
humnakoo mara (maqaakee nan waaqessaa)
sin na marara (maqaakee nan waaqessaa)
hiika faarsaakoo (maqaakee nan waaqessaa)
sidha yesuuskoo (maqaakee nan waaqessaa)

(waaqa guddaa) iddoo boqonnaa kooluu
(waaqa guddaa) tolaan kan ittiin olluu
(waaqa guddaa) oolmaan kee narraa caalee
(waaqa guddaa) akkan ta’un wallaale
(waaqa guddaa) iddoo boqonnaa kooluu
(waaqa guddaa) tolaan kan ittiin olluu
(waaqa guddaa) oolmaan kee narraa caalee
(waaqa guddaa) akkan ta’un wallaale
(waaqa guddaa) iddoo boqonnaa kooluu
(waaqa guddaa) tolaan kan ittiin olluu
(waaqa guddaa) oolmaan kee narraa caalee
(waaqa guddaa) akkan ta’un wallaale
(waaqa guddaa) iddoo boqonnaa kooluu
(waaqa guddaa) tolaan kan ittiin olluu
(waaqa guddaa) oolmaan kee narraa caalee
(waaqa guddaa) akkan ta’un wallaale

humnakoo mara (maqaakee nan waaqessaa)
sin na marara (maqaakee nan waaqessaa)
hiika faarsaakoo (maqaakee nan waaqessaa)
sidha yesuuskoo (maqaakee nan waaqessaa)
humnakoo mara (maqaakee nan waaqessaa)
sin na marara (maqaakee nan waaqessaa)
hiika faarsaakoo (maqaakee nan waaqessaa)
sidha yesuuskoo (maqaakee nan waaqessaa)

furee sirrii (haiieeluyya)
gooftaa samii (jaala kiyya)
furtuu baraa (haiieeluyya)
sirka jira (jaala kiyya)
gaaddisakoo (haiieeluyya)
ya sinbooko (jaala kiyya)
hiree kiyyaa (haiieeluyya)
sumaan iyyaa (jaala kiyya)

Random Lyrics

HOT LYRICS

Loading...