haacaaluu hundessaa – ilma namaa lyrics
dharraa ilma namaa
jalgabaaf dhumasaa
tilmaamuuni hin ulfaata
wan hunduma keessaa
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
(limi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
limi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala)
silaa akk+m keenyatii
dhala namaati isaaniis
harraaf carraan gantee
haadhaaf abba dhabaniis
haadhaaf abba dhabuun isaanii
qooda rabbiitii
daa’imman kana gargaaruun
qooda lammiiti
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
(limi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala)
daa’imman harraa warri abdii egeree
jiruu gadadootin gobaasaanii falmuu
haadhaaf abba dhabuun isaanii
qooda rabbiiti
daa’imman kana gargaaruun
qooda lammiiti
dharraa ilma namaa
jalgabaaf dhumasaa
tilmaamuuni hin ulfaata
wan hunduma keessaa
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
(limi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala)
bona hongee keessattil
bakkeetti coolagnee
beelaan wal gajaanaa
ganna bokkaa keessatti
qaama keenya kichuu
qorraan waxalamnaa
masliifa taanee otoo hin jaalatin
kunoo numa jirraa
kunoo numa jirraa
jiruu gadadootin
dharraa ilma namaa
jalgabaaf dhumasaa
tilmaamuuni hin ulfaata
wan hunduma keessaa
imi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
(ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
limi namaa daggalaa
turee buleet dabala
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
ilmi namaa daggalaa
turee buleet dabala
limi namaa daggalaa
turee buleet dabala)
Random Lyrics
- ghais guevara – sophomore interlude lyrics
- samantha urbani – more than a feeling lyrics
- kenny rogers – wonderful tonight lyrics
- erika renée – la número seis (edición tu chaparrita) lyrics
- feeling b – tod des florio lyrics
- שגיב ליברה – automat – אוטומט – sagiv libra lyrics
- kid ziggy & papa luke – shopping lyrics
- death business club – nsx lyrics
- rob49 – flexing hard lyrics
- siriusxm the highway – hot 30 weekend countdown (6/10/2023) lyrics