azlyrics.biz
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

haacaaluu hundessaa – maalan jira lyrics

Loading...

laal galootoo gullaalleen kan tufaa
laal galootoo
gaara abbichuu turii
laal galootoo
galaan finfinnee m+rs+e
laal galootoo
silaa akka jaalalaa laal galootoo
wal irraa hin f+gaannuu
laal galootoo
jara nu f+geessee

diiganii gaara sanaa gaara diigamuu hin mallee
nu baasan addaan baanee nu addaan bahuu hin mallee
soorettii haadha sooree irbaanni irra buusa qabaa
seeqanii sesseeqanii kan gargar nu baasan jara

koo galaanee tiyyaa
qotiyyoon abbaan didaa yaa didaa harqoota keessaa
koo galaanee tiyyaa
qorra baraan dadhabee morma kee jalattan dheessaa
koo galaanee tiyyaa
sululta loon hin tiksuu darabaatti galcheeraa
koo galaanee tiyyaa
yooman dhufee si argaa ani si irraa f+goon jiraa

maalan jiraa maalan jira maalan jiraa
yaa galaanee
maalan jiraa maalan maalan jiraa caccabsee na nyaatee jira
ani hin jiruu ani hin jiruu
yaa galaane
ani hin jiruu kukkutee na nyaate tiruu
qotee qotee namichi qotee namichi sanyii darbatee
yaa gaalaanee
qotee qotee namichi qotee qotee sanyii darbatee
yaa galaanee
rafee hin buluu namni waan ormaa abdatee
maalan jira cacabsee na nyaatee jiraa
laal galootoo gullaalleen kan tufaa
laal galootoo
gaara abbichuu turii
laal galootoo
galaan finfinnee m+rs+e
laal galootoo
silaa akka jaalalaa laal galootoo
wal irraa hin f+gaannuu
laal galootoo
jara nu f+geessee

laal galootoo gullaalleen kan tufaa
laal galootoo
gaara abbichuu turii
laal galootoo
galaan finfinnee m+rs+e
laal galootoo
silaa akka jaalalaa laal galootoo
wal irraa hin f+gaannuu
laal galootoo
jara nu f+geessee

diiganii gaara sanaa gaara diigamuu hin mallee
nu baasan addaan baanee nu addaan bahuu hin mallee
soorettii haadha sooree irbaanni irra buusa qabaa
seeqanii sesseeqanii kan gargar nu baasan jara
koo galaanee tiyyaa
farda siidaa kafanii siidaa dabalii suurii
koo galaanee tiyyaa
erga nu daangeessanii barri turee bubbulee
koo galaanee tiyyaa
waddeessi ciraa gubee amboo irraa calaqqisee
koo galaanee tiyyaa
narraa f+gaatte jedhee si yaaduun kiyya yoom hafee
maalan hafee maalan hafee maalan hafe
yaa galaanee
maalan hafee caccabsee na nyaate lafee
ani hin jiruu ani hin jiruu ani hin jiruu
yaa galaane anii hin jiruu
kukkutee na nyaate tiruu
cuwwaa cuwwaa jettii simbirroon halkanii
yaa galaanee
cuwwaa cuwwaa jettii simbirroon halkanii
nama garaan dhaane dirmammuu hin arganii
yaa galaanee
maalan jiraa maalan jiraa caccabsee na nyaatee jiraa
ani hin jiruu ani hin jiruu yaa galaanee
ani hin jiruu kukkutee na nyaate tiruu
qotee qotee namichi
qotee qotee namichi sanyii darbatee
rafee hin buluu namni waan ormaa abdatee
yaa galaanee
maalan jiraa caccabsee na nyaate jira



Random Lyrics

HOT LYRICS

Loading...