azlyrics.biz
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

haacaaluu hundessaa – nan gaabbe lyrics

Loading...

durattuu yoom sirrii turtee
maqalee otoon sikadhuu ennaa deemtuu
yoom fakkaata gaabbite akka deebituu

nan beeka otoo hin beekin
akka deemte na darbitee
garuu maal godhuu garaan koo
dhiifama kee yoom fudhatee

dogongora keen dabalee
gocha kan kootu na a+rs+e
dhiifama kee otoon fudhee
anis nan gaabbe deebisee

dogongora keen dabalee
gocha kan kootu na a+rs+e
dhiifama kee otoon fudhee
anis nan gaabbe deebisee

kanan beeke atuu
eessa jirta jaalatoo
na yaadin haalala teessee
dafii koottu yoo dandeesse
aniis nan gaabbe deebisee
keessa kotu na dirqisiisee
aniis nan gaabbe deebisee
dhugaatu na dirqisiisee
an kanan beeke atuu
eessa jirta jaalatoo
dafii koottu yoo dandeesse
na yaadin haalala teessee
aniis nan gaabbe deebisee
keessa kotu na dirqisiisee
aniis nan gaabbe deebisee
dhugaatu na dirqisiisee

gargar baane jiruun
akka nuuf hin taane
nan beeka beekkadhuu
ani gaabbii keen gaabbee
dhiifama kee fudheen
na waliin jiraadhuu
nu laman akka hin jeeqamne
jiruu keenyas jeeqnee
maalif adda baanaa
aniis badii hin qabuu
atiis qulqulluudhaa
koo waliin jiraannaa

namni akkamin of of dhokatee
miira isaa sobee jiraataa
dhugaas himachuu dadhabee
of miidhee jiruu filataa
jaalalaa nu jidduu jiraa
of sobuun nu baasu beeki
deebi’ii aniis siin eegaa
nu waliif nu uume rabbiinii
kanan beeke atuu
eessa jirta jaalatoo
na yaadin haalala teessee
dafii koottu yoo dandeesse
aniis nan gaabbe deebisee
keessa kotu na dirqisiisee
aniis nan gaabbe deebisee
dhugaatu na dirqisiisee

an kanan beeke atuu
eessa jirta jaalatoo
dafii koottu yoo dandeesse
na yaadin haalala teessee
aniis nan gaabbe deebisee
keessa kotu na dirqisiisee
aniis nan gaabbe deebisee
dhugaatu na dirqisiisee

na yaadin haalala teessee
dafii koottu yoo dandeesse
na yaadin haalala teessee
dafii koottu yoo dandeesse
aniis nan gaabbe deebisee
keessa kotu na dirqisiisee
na yaadin haalala teessee
dafii koottu yoo dandeesse
na yaadin haalala teessee
dafii koottu yoo dandeesse
aniis nan gaabbe deebisee
keess koo na dirqisiisee
aniis nan gaabbe deebisee
keess koo na dirqisiisee



Random Lyrics

HOT LYRICS

Loading...