azlyrics.biz
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

mergitu workineh – obomboleettii lyrics

Loading...

jaalatamuu malee jaaladhee hin beeku ani kanaan duraa
dhibee nama jaalatee amma reefu yoonan argaa jiraa
jaalatamuu dideen jaaladhee kunoo numan tarara
egaa gahaniit arguu qaqqabeen argaa jira waan maraa
naa nahi naa nahi naa rifadhu maaloo yaa bajigaa kiyyaa
bareeda akka asheeta birraa
naa nahi naa nahi rifadhu maaloo
sitti na maraache qabaan na dadhabeera sirraa
naa nahi naa nahi naa rifadhu maaloo yaa bajigaa kiyyaa
bareeda akka asheeta birraa
naa nahi naa nahi rifadhu maaloo
sitti na maraache qabaan na dadhabeera sirraa
ya qaxaleekoo sitti hajameeraa jaalala keetiin sitti maraadhee
gadi qabaan na dadhabeera sirraa
gadi qabaan na dadhabeera sirraa
gadi qabaan na dadhabeera sirraa
gadi qabaan na dadhabeera sirraa
gadi qabaan na dadhabeera sirraa

kan haalakoo kana argeet raajame raajiin halaalaa
an sii safuu jedhe yaa safuu sii safuu humna jaalalaa
ajaja isaa jalan jira jaalalasaatiin na hiitee
obomboleettidha miliqee baqachuufis ulfaatee
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
daraan ulfaata humnisaa akka qilleensa qarmammeettii
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
natti moggaasise maqaan ani hin qabne akka dhabeettii
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
na gachisiiseera safuu durbaa dunbush kana ba’eettii
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
didanuu naan nama bitadidaan nama didaa hin dimokraatawu gadaatti
akkan ta’un dhaba gaafan ija kiyyaan isa laalee
ciniinsifadhee danuu har’ammoo natti caalee
garaa hin jabaatiin ya jabaa qaxalee oromtiichaa
hanga yoomiin tura jaalala kee lab00been guggubaachaa
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
daraan ulfaata humnisaa akka qilleensa qarmammeettii
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
natti moggaasise maqaan ani hin qabne akkan dhabeettii
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
na gachisiiseeraa safuu durba dunbush kana ba’eettii
(oo+boomboleettii oo+boomboleettii oo+boomboleettii)
didaanu naan nama didaa hin dimookraatawu gadaattii



Random Lyrics

HOT LYRICS

Loading...